Fana: At a Speed of Life!

Sirni baniinsa bara hojii 5ffaa Manneen Maree lamaanii Wiixata dhufu gaggeeffama

Finfinnee, Fulbaana 23, 2018(FMC) – Sirni baniinsa bara hojii 5ffaa waggaa 6ffaa Mana Maree Bakka Bu’oota Ummaataa fi Mana Maree Federeeshinii Fulbaana 26, 2018 Wiixata dhufu gaggeeffama.

Manneen maree kunneen bara hojii 4ffaa waggaa 6ffaa xumuruun sirna baniinsa bara hojii 5ffaa waggaa 6ffaa wiixata dhufu waaree booda sa’aatii 8:00 eegaluun gaggeessu.

Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen sirnicharratti argamuun manneen maree lameen hojii ni eegalchiisu.

Karoora hojii waggaa mootummaa Federaalaas ni dhiyeessuun eegama.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.