Sirni irreeffannaa Irreecha Hora Finfinnee eegale
Finfinnee, Fulbaana 24, 2018(FMC)- Sirni irreeffannaa Irreecha Hora Finfinnee bara 2018 eegaleera.
Sirni irreeffannaas malkaan eebbaan saaqamuun eegalameera.
Ayyaanni Irreechaa bara kanaa guyyaa har’aa Hora Finfinneetti guyyaa boruu ammoo Hora Harsadeetti mata duree “Irreecha Olka’iinsa Biyyaaf” jedhuun haala ho’aa ta’een kabajama.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.