Fana: At a Speed of Life!

Sirni owwaalchaa obbo Amaan Fissahatsiyoon raawwatame

Finfinnee, Guraandhala 12, 2018 (FMC) – Sirni owwaalchaa hundeessaa fi hoji geggeessaa duraanii Televiizyina EBS obbo Amaan Fissahatsiyoon raawwatameera.

Sirnichi bakka awwaalchaa Pheexiroos Waphaawuloositti maatiin, jaallattoonni, fironni, waahillan hojii isaanii fi hoggantoonni mootummaa fi geggeessitoonni dhaabbilee adda addaa argamanitti dha kan raawwatame.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.