Humni garee ABUT Waldiyaa to’achuuf dhufe barbadaa’aa jira –Raayyaa Ittisaa
Finfinnee, Hagayya 6, 2013 (FBC) - Ajeja Lixaatti kutaan waraanaa 21ffaan humna garee ABUT Waldiyaa to’achuuf dhufe aanaa Gubbaa Laaftootti barbadeessaa jiraachuu Raayyaan Ittisaa Biyyaa…