Oduu biyya keessaa Paarkiin Inxooxxoo eebbifame Obse Wakgari Oct 10, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 30, 2013 (FBC)- Paarkiin Inxooxxoo ifatti har’a eebbifameera. Paarkicha Muummeen Ministira FDRI Dooktar Abiy Ahimad eebbicha bananiiru. Dooktar Abiy sirna…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Beeniyaamin Netaaniyaahu waliin mari’atan Obse Wakgari Oct 9, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 29, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiira FDRI Dooktar Abiy Ahimad muummee ministira Israa’eel Beeniyaamin Netaaniyaahu waliin dhimma naannichaarratti bilbilaan…
Oduu biyya keessaa MM Dr Abiy Sagantaan Nyaataa idil Addunyaa badhaafamaa Noobeelii Nageenyaa 2020 mo’achuusaanif ergaa… Obse Wakgari Oct 9, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 29, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiira FDRI Dooktar Abiy Ahimad Sagantaan Nyaataa idil Addunyaa badhaafamaa Noobeelii Nageenyaa 2020 mo’achuusaanif ergaa baga gammaddanii…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti yunvarsiitiwwan 8 gidduugala qorannoo jedhamun adda baafaman Obse Wakgari Oct 9, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 29, 2013 (FBC)- Ityoophiyaatti yunvarsiitiwwan 8 giddugala qorannoo ta’uun adda baafamuu Ministeerri Saayinsii fi Dhaabbilee Barnoota olaanoo beeksise. Gorsaa olaanaa…
Oduu biyya keessaa obbo Shimallis Abdiisaan Gumbii Bordoddeetti proojaktii misooma hidha laga jallisii Gololchaa hojii… Obse Wakgari Oct 9, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 29, 2013 (FBC) - Preezdaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan Gumbii Bordoddeetti proojaktii misooma hidha laga jallisii Gololchaa hojii…
Biiznasii Abbootii qabeenyaa amanumummaadhan taaksii fi gibira kaffalaa turaniif beekamtiin laatame Obse Wakgari Oct 8, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 28, 2013 (FBC) –Abbaan Taayitaa Galiiwwanii Oromiyaa abbootii qabeenyaa amanumummaadhan taaksii fi gibira kaffalaa turaniif beekamtii laatera. Kaffaltoonni beekamtin…
Oduu biyya keessaa MM Dr Abiy jila Hooseep Booral Foontilasiin duurfamu waliin mari’atan Obse Wakgari Oct 8, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 28, 2013 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad jila Hooseep Booral Foontilasiin duurfamu waliin mari'atan. Dooktar Abiy miseensota kaabinee isaanii…
Oduu biyya keessaa Qorannaa fi hojiin diizaayinii bishaan jallisii lafa keessaa Shinillee fi Booranaa hojjetamaa jira Obse Wakgari Oct 8, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 28, 2013 (FBC) – Qorannaa fi hojiin diizaayinii bishaan jallisii lafa keessaa Shinillee fi Booranaa hojjetamaa jira. Koorporeeshinii Hojiilee…
Oduu biyya keessaa Manni marichaa murtoo garagaraa dabarsuun walga’ii isa xumure Wabi Fufa Oct 8, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 28, 2013 (FBC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa FDRI walga’ii idilee 1ffaa bara hojii 6ffaa murtoo garagaraa dabarsuun xumureera. Manni Maree Bakka…
Balballoommii fi yaada Ministeerri Barnootaa Hoggantoota Olaanoo Biiroo Barnoota Oromiyaa waliin ta’uun qophii manneen… Obse Wakgari Oct 8, 2020 0 Ministeerri Barnootaa Hoggantoota Olaanoo Biiroo Barnoota Oromiyaa waliin ta’uun qophii manneen barnoota daawwatan Finfinnee, Fulbaana 28, 2013 (FBC)- Ministeerri Barnootaa Dooktar…