Oduu biyya keessaa Ayyaanni Irreechaa Doloolloo Buddeenatti irreeffatameera Obse Wakgari Oct 3, 2020 0 Finfinee, Fulbaana 23, 2013 (FBC)- Ayyaanni Irreechaa bara 2013 Doloolloo Buddeenaatti irreeffatameera. Irreechi Hora Finfinnee waggoottan 150 erga addaan cite booda bara darbee kan…
Oduu biyya keessaa Namoota 4 ajjeechaa Artiist Haacaaluu Hundeessaan shakkamanirratti himatni baname Wabi Fufa Oct 2, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2013 (FBC) –Namoota 4 ajjeechaa Artiist Haacaaluu Hundeessaan shakkamanirratti himatni baname. Himaticha Mana Murtii Olaanaa Federaalaa Lidataa ramaddii 1ffaa…
Oduu biyya keessaa Baankiin Addunyaa Ityoophiyaaf deeggarsa doolaara miiliyoona 400 raggaasiise Obse Wakgari Oct 2, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2013 (FBC)-Baankiin Addunyaa Ityoophiyaaf deeggarsa doolaara Ameerikaa miiliyoona 400 raggaasisuu Ministeerrii maallaqaa ifoomsera. Deeggarsi maallaqicha…
Oduu biyya keessaa Filannoo biyyoolessaatif bittaan meeshaalee %90 xumuramuu boordichi beeksise Obse Wakgari Oct 2, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2013 (FBC) –Filannoo biyyoolessaatif bittaan meeshaalee barbaachisoo %90 xumuramuu Boordiin Filannoo Biyyoolessaa beeksise. Boordichi filannoo biyyoolessaa 6ffaa…
Oduu biyya keessaa Gareen miidhaa shororkaa raawwachuuf ture to’atamuu Tajaajilli Nageenya Odeeffannoo Biyyoolessaa… Obse Wakgari Oct 2, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 22, 2013 (FBC) – Gareen haleellaa shororkaa raawwachuu fi walitti bu’iinsa kakaasuuf socho’aa ture dabaalota isaanii waliin to’atamuu Tajaajilli Nageenya Odeeffannoo…
Oduu biyya keessaa obbo Shimallis Abdiisaa kabaja ayyaana irreechaa bara 2013 sababeeffachuun ergaa dabarsan Obse Wakgari Oct 1, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 21, 2013 (FBC) – Ergaa Preezdaantii bulchiinsa mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa kabaja ayyaana irreechaa bara 2013 sababeeffachuun dabarsan. Ergaa…
Oduu biyya keessaa Manni Murtiichaa galmee obbo Jaawaar Mahaammadfa laale Obse Wakgari Oct 1, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 21, 2013 (FBC) – Manni Murtii Olaanaa Federaalaa dhaddachi yakkaa dhimma shororkeessummaa fi heera mootummaa 1ffaan galmee himannaa obbo Jawaar Mahaammadfaa laale.…
Oduu biyya keessaa Irreecha hambaa kiliyaa addunyaarratti galmeessisuuf hojjetamaa jira- obbo Kabbadaa Obse Wakgari Oct 1, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 21, 2013 (FBC) – Biiroon Aadaa fi Tuuriizmimii Oromiyaa Irreecha hambaa kiliyaa addunyaa gochuun galmeessisuuf hojjechaa jiraachuu beeksise. Kana…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarq marii dhaabbanni tumsa dubartoota, dargaggootaa fi daa’immanii qopheesse… Obse Wakgari Oct 1, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 21, 2013 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen marii dhaabbanni tumsa dubartoota,dargaggootaa fi daa’immanii qopheesse irratti hirmaataniiru. Maricharratti…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy qaamolee biqiltuuwwan dhaabaman kunuunsan galateeffatan Obse Wakgari Oct 1, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 21, 2013 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad qaamolee biqiltuuwwan dhaabaman kunuunsan galateeffatan. Dooktar Abiy warra biqiltuuwwan…