MM Dr Abiy, preezdaantii Mana Maree Gamtaa Awrooppaa waliin mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 25, 2012 (FBC) - Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad preezdaantii Mana Maree Gamtaa Awrooppaa Chaarlis Miisheel waliin dhimma vaayrasii koroonaarratti mari'atan.…