Oduu biyya keessaa Caffeen Oromiyaa yaa’ii idileesaa gaggeessuufi Obse Wakgari Feb 9, 2020 0 Finfinnee, Guraandhala 1, 2012 (FBC) – Yaa’iin idilee Caffee Oromiyaa Gurraandhala 8, 2012 irraa eegalee ni gaggeeffama. Yaa’iin idilee 11ffaa Waggaa 5ffaa bara hojii Caffee 5ffaan…
Idil Addunyaa Afrikaan Kibbaa dura teessuu gamtaa Afrikaa yeroo taate Sifen Megersa Feb 9, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 1, 2012 (FBC) - Afrikaan Kibbaa dura teessuu gamtaa Afrikaa yeroo taate. Yaa’ii idilee hoggantoota gamtichaa 33ffaa har’a eegalameen Afrikaan Kibbaa…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin hoggantoota gamtaa Afrikaa 33ffaan eegalame Sifen Megersa Feb 9, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 1, 2012 (FBC) - Yaa’iin hoggantoota gamtaa Afrikaa 33ffaan Finfinnee galma gamtichaatti eegalame. Yaa’ichi mata duree ‘ walitti bu’iinsaa fi waraana…
Oduu biyya keessaa Preezdaanti Saahilwarq Muummee Ministira Kanaadaa waliin mari’atan Wabi Fufa Feb 8, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 30, 2012 (FBC) – Preezdaatiin FDRI Saahilawarq Zawdee Muummee Ministira Kanaadaa Jastiin Tiruudoo waliin mari’ataniiru. Hariiroo invastimaantii fi daldalaa biyyoota…
Oduu biyya keessaa Preezdaanti Saahilawarq Muummittii Ministira Noorway waliin mari’atan Wabi Fufa Feb 8, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 30, 2012 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdee Muummittii Ministira Noorway Eernaa Soolbarg waliin mari’ataniiru. Maricharratti Ministira Nageenyaa aadde…
Oduu biyya keessaa MM Dr. Abiy Ahimad Muummittii Ministira Noorway waliin mari’atan Wabi Fufa Feb 8, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 30, 2012 (FBC) – MM Dr. Abiy Ahimad Muummittii Ministira Noorway waliin mari’atan. Muummeen Ministira FDRI Dooktar Abiy Ahimad Muummittii Ministira Noorway Eernaa…
Oduu biyya keessaa Walga’iin Mana Maree Ministiroota IGAD 70ffaan Finfinneetti gaggeeffame Wabi Fufa Feb 8, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 30, 2012 (FBC) – Walga’iin Mana Maree Ministiroota Mootummoota Misoomaa Baha Afrikaa (IGAD) 70ffaan har’a Finfinneetti gaggeeffameera. Manni marichi walga’iisaan adeemsa…
Oduu biyya keessaa Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimad Muummee Ministira Kanaadaa Jastiin Tiruudoo waliin mari’atan Wabi Fufa Feb 8, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 30, 2012 (FBC) - Muummeen Ministira FDRI Dooktar Abiy Ahimad Muummee ministira Kanaadaa Jastiin Tiruudoo waliin mari’ataniiru. Muummee ministira Kanaadaa Jastiin…
Oduu biyya keessaa Walga’iin Fandii Hoggansa Dubartoota Afrikaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira Obse Wakgari Feb 8, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 30, 2012 (FBC) – Walga'iin Fandii Hoggansa Dubartoota Afrikaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira. Afrikaatti walqixxummaa koorniyaa mirkaneessuu fi dubartoota…
Biiznasii Baankiin Biyyoolessaa Ityoophiyaa dhalattoonni Ityoophiyaa oomishaalee nyaataa gara biyyaa akka… Obse Wakgari Feb 8, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 30, 2012 (FBC) – Baankiin Biyyoolessaa Ityoophiyaa hojimaata dhalattoonni Ityoophiyaa oomishaalee nyaata bu'uuraa gara biyyaa akka galchan eeyyamu baase. …