Oduu biyya keessaa MM Dr Abiy, Maayik Poompiyoo waliin mari’atan Obse Wakgari Feb 18, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 10, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad, ministira Dhimma Alaa Ameerikaa Maayik Poompiyoo waliin mari'atan. Jijjiirrama Ityoophiyaan gaggeessituuf…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarq, Maayik Poompiyoo waliin mari’atan Obse Wakgari Feb 18, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 10, 2012 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen ministira Dhimma Alaa Ameerikaa Maayik Poompiyoo waliin mari'atan. Ministir deettaan Ministeera…
Oduu biyya keessaa Fedhii, mirgaa fi faayidaa ummata kabachiisuun, walitti dhufeenya hawaasa naannolee ollaa… Obse Wakgari Feb 18, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 10, 2012 (FBC) – Fedhii, mirgaa fi faayidaa ummata kabachiisuun, olaantummaa seeraa mirkaaneessuu fi walitti dhufeenya hawaasa naannolee ollaa cimsuurratti…
Oduu biyya keessaa Nageenyaa fi olaantummaa seeraa mirkaneessuuf hunduu ga’eesaa ba’achuu qaba-aadde Loomii… Obse Wakgari Feb 18, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 10, 2012 (FBC) –Caffeen Oromiyaa yaa'ii idilee 11ffaa bara hojii 5ffaasaa gaggeessaa jira. Yaa'ichaan raawwii qaamolee rawwachiistuu itti aanaan preezdaantii…
Oduu biyya keessaa Ministirri Dhimma Alaa Ameerikaa Maayik Poompiyoon daawwannaa hojiif Finfinnee galan Wabi Fufa Feb 18, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 10, 2012 (FBC) – Ministirri Dhimma Alaa Ameerikaa Maayik Poompiyoon daawwannaa hojiif Finfinnee galan. Ministirri Dhimma Alaa Ameerikaa Maayik Poompiyoon…
Oduu biyya keessaa Manni maree ministeeroota walga’ii idileesa 79ffaan dhimmoota garagaraatti mari’achuun murtii… Wabi Fufa Feb 17, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 9, 2012 (FBC) - Manni maree ministeeroota walga’ii idileesa 79ffaan dhimmoota garagaraatti mari’achuun murtii dabarseera 1. Manni marichi jalqabarratti wixinee…
Oduu biyya keessaa Mariin ijaarsa hidha haaromsa ilaalchisuun guyyaa har’aa waajjira muummee ministiratti gaggeeffama… Wabi Fufa Feb 17, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 9, 2012 (FBC) – Ijaarsa hidha haaromsa ilaalchisuun guyyaa har’aa waajjira muummee ministiratti gaggeeffama jira. Marichi bakka muummeen ministira Dooktar Abiy…
Oduu biyya keessaa MM Dr. Abiy lammiile Ityoophiyaa mirgi isaanii dhiibamee 135 waliin gara biyyaatti deebi’an Obse Wakgari Feb 17, 2020 0 Finfinee, Gurraandhala 9, 2012 (FBC) - Muummeen ministira Dooktar Abiy Ahimad daawwanna Emmireetota Arabaa Gamtoomaniitti taasisaa turan xumuruun lammiile Ityoophiyaa mirgi isaanii…
Oduu biyya keessaa Muummeen Ministira Dooktar AbiyAhimad mootii Emmireetota Arabaa Gamtoomanii waliin mari’atan Wabi Fufa Feb 17, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 9, 2012 (FBC) – Muummeen Ministira FDRI Dooktar Abiy Ahimad mootii Emmireetota Arabaa Gamtoomanii Sheek Mahammad Biin Al Nahan waliin mari'ataniiru. Anga’oonni…
Oduu biyya keessaa MM Dr. Abiy lammiilee mirgi isaanii dhiibamee 135 taa’an gara biyyaatti fudhatanii ni… Wabi Fufa Feb 16, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 8, 2012 (FBC) – Muummeen ministira Dooktar Abiy Ahimad Emmireetota Arabaa Gamtoomaniitti lammiilee mirgi isaanii dhiibamee 135 taa'an gara biyyaatti fudhatanii ni…