Manni marichaa labsii bulchiinsaa fi to’annoo meeshaa waraanaa raggaasise
Finfinnee, Muddee 30, 2012 (FBC) - Manni Maree Bakka Bu'oota Ummataa labsii bulchiinsaa fi to'annoo meeshaa waraanaa dhiyaaterratti mari'achuun raggaasise.
Manni marichaa walga'ii idilee…