Tajaajila Immigireeshinii si’ataa yeroo madaalu kennuuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Adoolessa 7, 2017 (FMC) – Tajaajila Immigireeshinii si’ataa yeroo madaalu kennuuf hojjetamaa jira jedhan Daayrekterri Olaantuun Tajaajila Lammummaa fi Immigireeshiinii Salamaawiit Daawwit.
Tajaajilichi raawwii hojii bara 2017 fi karoora waggaa bara baajataa 2018 irratti mari’ateera.
Rakkoolee kenna tajaajilaa turan waaraan furuuf hammattoo seeraa qopheessuu dabalatee hojiileen hedduun hojjetamuu Salamaayiit kaasaniiru.
Tajaajila Immigireeshinii si’ataa yeroo madaalu kennuuf kan dandeessisan ajandaaleen Riifoormii 11 bocamanii gara hojiitti galamuu kaasan.
Bara baajataa 2017 keessa tajaajiloota adda addaarraa galiin Birrii biiliyoonni 34 ol argamuu himuun, yeroo itti aanu itti quufinsa tajaajilamaa guutuuf xiyyeeffannoon hojjetama jedhan.
Malaakuu Gaddiftu gabaase.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofana
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.