Fana: At a Speed of Life!

Tamsaasni Televizhiinii adda cituu…

Sababa jijjiirama qilleensaa olaanaa naannawaa Israa’elitti mudateen humni teelee poortii dhaabbata saatalaayitii dhiyeessu ‘SES’ addaan citeera.

Sababa Kanaan tamsaasni Televizhiinii Faanaa fi Faanaa Pilaas akkasumas buufataalee televizhiinii biyya keenyaa hedduun adda citeera.

Tajaajilicha deebisuuf hojjetamaa waan jiruuf obsaan akka nu eegdan kabajaan isin gaafanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.