Fana: At a Speed of Life!

Tapha Piriimer Liigii Ingilaandiin har’a taphoonni sadii ni taphatamu

Finfinnee, Hagayya 18,2017(FMC)- Tapha Piriimer Liigii Ingilaand torbee 2ffaan guyyaa har’aa taphoonni sadii ni taphatamu.

Maanchister Yunaayitid galgala sa’aatii 12:00 irratti Kiraavan Kooteej irratti Fuulhaam waliin ni taphata.

Kana malees guyyaa sa’aatii 10:00 irratti Kiristaal Paalaas Nooteengaam Foorest waliin Evertan Biraayitan waliin ni morkatu.

Tapha Piriimer Liigii Ingilaand torbee 2ffaa guyyaa kaleessaa taphatameen Arseenaal Liids Yunaayitidiin goolii 5fi 0’n injifachuun kan yaadatamudha.

Bifuma walfakkaatuun Boorn Maawuz Woolvisiin, Bireentifoord Astoon Viilaa goolii 1fi 0’n akkasumas Beernileey Senderlaandiin goolii 2fi 0’n injifataniiru.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.