Taphni har’a Maanchiister Siitiin Tootinhaam waliin taasisu ni eegama
Finfinnee, Hagayya 17, 2017 (FMC)- Tapha Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 2ffaan har’a taphoonni 5 ni gaggeeffamu.
Haaluma kanaan har’a Sa’aatii 8:30 irratti Maanchiister Siitiin Tootinhaam Hootispaar waliin taphatu ni eegama.
Gareen lameen injifannoo isaanii cimsanii itti fufsiisuuf har’a morkii cimaa taasisuu jedhame eegama.
Sagantaan Liigichaa itti fufuun Boornmaawuuz Woolviis waliin, Barnileey Sandarlaandi waliini fi Bireentifoordi Astoon Viilaa waliin Sa’aatii 11:00 irratti ni taphatu.
Akkasumas Arseenaal Sa’aatii 1:30 irratti Liidsi Yuunaayitiid waliin Istaadiyeemii Emireetisitti ni gaggeessu.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.