Tokkummaa sabdaneessaa walqixummaarratti hundaa’een Itiyoophiyaa jabduu ijaarra – Pireezidaantii Taayyee
Guyyaan Saboota Sab-lammootaafi Uummattoota 20ffaan mata duree ‘Walii Galtee Diimokiraatawaa Tokkummaa Sabdaneessaaf!’ jedhuun naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaa Magaalaa Hoosaa’inaatti kabajameera.
Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen guyyicha sababeeffachuun erga baga geessanii dabarsaniiru.
Itiyoophiyaa Tokkummaa sabdaneessaa walqixummaa fi haqummaarratti hundaa’een kabajamte, misoomtee fi jabduu taate ijaarra jedhan ergaa isaaniin.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.