Fana: At a Speed of Life!

Viiktar Giyookereesh jijjiirraa gara Arsenaal xumuruuf gara Landan imaluuf

Finfinnee, Adoolessa 17, 2017 (FMC) – Arsenaal Viiktar Giyookereesh Ispoortiingirraa jijjiirraan fudhachuuf waliigalamuu hordofee taphatichi adeemsa jijjiirrichaa xumuruuf gara Landan imaluuf ta’uun gabaafame.

Arsenaal Paawundii miiliyoona 55.1 fi ga’umsi isaa ilaallamee kan dabalamu Paawundii miiyoona 8.7 Viiktar Giyookereeshiif kaffaluuf waliigaleera.

Taphatichi waliigalticha akkuma xumureen tapha qophii duraa Siingaapooritti taphatamaa jirurratti kan argamu ta’uu Leenjisaan Arsenaal Mikeel Arteettaan ifoomsuu ‘SKY Sport’ gabaaseera.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofana

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.