Fana: At a Speed of Life!

Waajjirri Giiftii Duree deeggarsa wiilcharii taasise

Finfinnee, Caamsaa 20 , 2017 (FMC)- Waajjirri Giiftii Duree magaalaa Finfinneetti kutaalee hawaasaa rakkoof saaxilmaniif deeggarsa wiilcharii 46 taasise.

Waajjirichi daa’imannii fi ga’eessoota sababa rakkoo garaagaraan socho’uun itti ulfaateef deeggarsicha taasiseera.

Deeggarsi taasifame daa’imannii fi ga’eessootaaf haara galfii ni uuma.

Waajjirri Giiftii Duree Faawundeeshinii Misooma Baadiyyaa Chaayinaa waliin ta’uun wilcharoota fichiisisan Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon qaama miidhamtoota Magaalaa Finfinneef arjoomuun, sagantaa deeggarsaa kana magaaloota naannoolee keessatti eegalchisuun isaanii ni yaadatama.

Fireehiwoot Saffiwutu gabaase.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.