Fana: At a Speed of Life!

Waggoottan darban Ashaaraa magariisaan hojiilee hojjetamaniin bu’aan argame -Pireezidaanti Shimallis 

Finfinnee, Adoolessa 24,2017 (FMC) – Waggoottan darban Ashaaraa magariisaan hojiilee hojjetamaniin bu’aan argameera jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis  Abdiisaan

Pireezidaanti Shimallis Abdiisaan Godina Jimmaatti biqiltuu gaaddisa dhalootaa dhaabaniiru.

Saganticharratti haasawa taasisaniin, Naannoo oromiyaatti waggoottan darban biqiltuuwwan hedduun dhaabamaniiru jedhan.

Wayita ammaa ummanni naannichaa seektaraalee garaagaraarratti hirmaachaa biqiltuu dhaabuu eegaluu dubbataniiru.

Waggoottan darban hojjiilee Sagantaa Ashaaraa magariisaan hojjetameen bu’aan qabatamaan argamuu kaasan.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.