Waggoottan darban lafti heekaarri kumni 24 biqiltuun uwwiffame – DooktarTashoomaa Addunyaa
Finfinnee, Adoolessa 24, 2017 (FMC) – Kantibaan Magaalaa Shaggar Dooktar Tashoomaa Addunyaan kutaa magaalaa Kuraa Jiddaatti biqiltuu dhaabaniiru.
Kutaa magaalaa Kuraa Jiddaatti har’a Lafa heektaraa l05 irratti biqiltuun dhaabamaa Jira.
Kutaaleen Hawaasaa Kumni 37 dhaabbii biqilaa kanarratti hirmaataa jiru.
Magaalaa Shaggaritti lafti heektaarri kumni 24 biqiltuun uwwiffame jedhan kantibaan magaalaa Shaggar Dooktar Tashoomaa Addunyaan saganticharratti.
Waggootan sadanii darban magaalaa Shaggaritti Biqiltuu gosti gargaraa miiyiloonni 20 dhaabbachuu ibsan.
waggoottan jijjiramaa asi hojiin sadarkaa biyyatti hojjetamaa ture keessaa tokkoo hojii ashaaraa magariisaatti jedhan saganticharratti kan hirmaatan Ministirri Ministeeraa Tuurizimii Salaamawit Kaasaan.
Gammachuu Beekumaatu gabaase.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.