Fana: At a Speed of Life!

Humna aduurraa anniisaa meegaa waattii 500 maddisiisuuf  waliigalteen mallattaa’e

Finfinnee, Bitootessa 3, 2013 (FBC)-Ityoophiyaatti humna aduurraa anniisaa meegaa waattii 500 maddisiisuuf waliigalteen mallattaa’eera.

Waliigaltichi Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Abudaabiitti kaampaanii Fiwchaar Inarjii P.J.S.C giddutti mallattaa’eera.

Ityoophiyaatti proojaktii humna aduurraa anniisaa meeggaa waattii 500 maddisiisuu kan dandeessisuu gara hojiitti akka galu Dooktar Abiy Ahimad ibsaniiru.

Ityoophiyaan maddaa annisaa haaromurraa humna elektirikaa maddisiisuu fi raabsuuf muuxannoo olaanaa akka qabdu himaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.