Fana: At a Speed of Life!

Waltajjii Faanaa…

Finfinnee, Guraandhala 20, 2018 (FMC) – Waltajjii walfalmii paartilee siyaasaa Faanaa Miidiyaa Korporeeshiniin.

Paartileen siyaasaa filannoo waliigalaa 7ffaarratti dhimmoota garaagaraarratti falmii taasisu.

Imaammataa fi tarsiimoo isaanii daangaa malee ummataaf dhiyeessu.

Torbee kana Federaaliizimii fi Heera Mootummaarraatti:-

👉 Paartiin Badhaadhinaa

👉 Paartiin Tumsa Tokkummaa Itiyoophiyaaf

👉‎ Paartiin Lammiilee Itiyoophiyaa Haqa Hawaasummaaf akkasumas

👉‎ Paartiin Gamtaa Nageenya Itiyoophiyaaf mata duree eeramerratti falmiin taasisan har’a galgala sa’aatii 2:00 eegalee filamaatawwan diijitaalaan, akkasuma halkan sa’aatii 3:00 jalqabee Raadiyoo fi Teeleeviizyiiniin ni dhiyaata.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.