Warqee batteeffaman seeraan ala daddabarfamaa ture to’atame
Finfinnee, Adoolessa 26, 2017 (FMC) – Warqee batteeffaman seeraan ala daddabarfamaa ture Kiiloo Giraamni 27 to’atame.
Warqeen kun Damee Gumrukaa Magaalaa Finfinnee Aqaaqii Qaallattii buufata to’annoo Tulluu Diimtuutti to’atame.
Hordoffii baatii tokkoo oliif taasifamaa tureen to’atamuu Komishinii Gumrukaatti Itti aanaan Komishinaraa Seeraaf Bitamuu Azzazaw Caanneen Faanaa Diijitaaliif himaniiru.
Shakkamtoonni Warqee batteeffamaa kana qaama Konkolaataa keessa dhoksuun daddabarsuuf yaalaa turan 2 ta’amuu himaniiru.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo
Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision
Feesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofana
Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.