Fana: At a Speed of Life!

Woolviis injifannoo jalqabaa galmeesse

Finfinnee, Mudde 25, 2018 (FMC) –Taphoota Piriimer Liigii Ingiliz torbee 20ffaan Woolvis Weesthaam Yuunaaytidiin galchii 3 fi 0’n injifachuun injifannoo jalqaba bara taphichaa galmeesseera.

Torban darbe gara Ooldi Tiraafoorditti imaluun Maanchistar Yuunaayitid waliin qabxii qooddatee kan ture Woolvis dorgommii bara Kanaan yeroo jalqabaaf tapha har’aa sa’aatii 12:00 irraa eegalee taphatame irratti injifateera.

Qabxii isaas jahaan gahateera.

Tapha biraa sa’aatii walfakkaataatti taphatameen Biraayitan Barniileey galchii 2 fi 0’n injifateera.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: FMC Afaan Oromoo

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.