Fana: At a Speed of Life!

Xaanaanesh 2 magaalaa Bureetti simatamte

‎Finfinnee, Adoolessa 23, 2017(FMC) – Bakka ga’umsa isheetti dhiyaachaa kan jirtu Xaanaanesh 2 Godina Goojjaam Lixaa, magaalaa Bureetti simatamte.

Hara Xaanaa ga’uuf imalaa kan jirtu Xaanaanesh 2 har’a wayita Magaalaa Buree geessu simannaa ho’aan taasiifameefira.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: www.youtube.com/@fmcafaanoromoo

Marsariitii www.fanamc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision

Feesbuukii: www.facebook.com/afaanoromoofana

Tiktok https://www.tiktok.com/@fana_afaan_oromoo

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.