Yuuniivarsiitiin Finfinnee hayyoota 14’f pirofeeserummaa guutuu kenne
Finfinnee, Adoolessa 26, 2017(FMC) – Boordiin Bulchiinsa Yuuniivarsiitii Finfinnee hayyoota Yuuniivarsiitichaa 14f pirofeeserummaa guutuu kenne.
Haaluma kanaan:-
1.Dooktar Tasfaayee kabbadaa Laggasaa -”Body immaging” dhaan
2. Dooktar Masaay Muluh’geetaa Tafarrraa – qorannoo misooma hawaas dinagdeetiin
3. Dooktar Dinqaa Ayyaanaa Aagaa – veeternarii Paaraasiitooloojiin
4. Dooktar Fufaa Abuunaa Kuraa Faayyaa paablikii Veetarneriin
5. Dooktar Wandasan Tasfaayee Abiree- Saayinsii afaanii(linguistics)
6. Dooktar Amaanu’eel Gabiruu Walda Aragaay – Qorannoo Miidiyaa fi Kominikeeshiniin
7. Dooktar Muraad Abdoo Suruur – Seeraan
8. Dooktar Kiriistoof Vaandarbeekan Seera Paabilikiin
9. Dooktar Isheetee Birhaan Axaanaawu Injiinaringii Indaastiriin
10. Dooktar Waasee Kabbadaa Taaddasaa – “social work” dhaan
11. Dooktar Sayifee Tafarii Dallee “Medical physics Diagnostic Radiology” dhaan
12. Dooktar Warquu Makonnin Bulchiinsa Humna Namaan
13. Dooktarr Shifarraa Taayyee – “structural engineering’’ dhaan
14. Dooktar Darajjee Haayiluu – Injiinaringii Qabeenya Bishaaniin
Hayyoonni kunniin ’pirofeeserummaa guutuu argachuun isaanii guddina akkaadaamii Yuuniivarsiitichaaf tarkaanfii murteessaa akka ta’e eerameera.