Oduu biyya keessaa Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy ergaa baga gammaddanii dabarsan Sifen Megersa Jul 22, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 15, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad guutinsi bishaan Hidha Haaroomsaa marsaan duraa xumuramuu isaa ergaa baga gammaddanii dabarsan.…
Oduu biyya keessaa Waliigalteen ijaarsa daandii birrii biiliyoona 19.19 mallatteeffame Sifen Megersa Jul 22, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 15, 2012 (FBC) – Abbaan Taayitaa Daandiiwwanii Ityoophiyaa daandiiwwan 12 baasii birrii biiliyoona 19.19niin hojjechuuf dhaabbilee ijaarsa raawwatan waliin waliigaltee…
Oduu biyya keessaa Mariin hidha haaromsaarratti gaggeeffamaa ture dhimmoota ijoorratti waliin galuun xumurame Sifen Megersa Jul 22, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 15, 2012 (FBC) –Mariin Hidha Haaroomsa Guddicha Ityoophiyaa ilaalchisee dursummaa gamtaa Afrikaan gaggeeffamaa ture dhimmoota ijoorratti waliigaluun xumuramuu…
Oduu biyya keessaa Guutinsi Bishaanii Hidha Haaroomsaa marsaan duraa xumurame Sifen Megersa Jul 22, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 15, 2012 (FBC) – Guutinsi Bishaan Hidha Haaromsa Guddicha Ityoophiyaa marsaan duraa xumuramuu Waajjirri Muummee Ministiraa beeksise. Waajjirichi yaa’ii miseensota…
Oduu biyya keessaa Ministeerri Fayyaa bara kana sadarkaa biyyaalessatti biqiltoota miiliyoona 6.5 akka dhaabu beeksise Wabi Fufa Jul 21, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 14, 2012 (FBC) – Ministeerri Fayyaa bara kana sadarkaa biyyaalessatti biqiltoota miiliyoona 6.5 akka dhaabu beeksise. Ministeerri fayyaa…
Oduu biyya keessaa Daabboon Shaggar gatii madaalamaan rabsitoota 400n hiramaa jira Wabi Fufa Jul 21, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 14, 2012 (FBC) –Daabboon Shaggar gatii madaalamaan rabsitoota 400n hiramaa jira. Daabboon Shaggar gatii madaalamaan rabsitoota 400n jiraattota Finfinnee fi…
Idil Addunyaa Gamtaan Awurooppaa marii guyyaa afuriin bajata diinagdee bayyanachiisurratti waliigale Wabi Fufa Jul 21, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 14, 2012 (FBC) – Hooggantootni biyyoota Gamtaa Awurooppaa weerara koronaavaayirasiin duuba maallaqa diinagdee isaanii bayyanachiisu ramaduurratti marii guyyoota afuriin…
Oduu biyya keessaa Alergitoota daldala seeraan alaairratti bobba’anii argaman irratti tarkaanfiin fudhatame Wabi Fufa Jul 21, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 14, 2012 (FBC) – Alergitoota daldala seeraan alaairratti bobba’anii argaman irratti tarkaanfiin fudhatame. Oomishaalee qonnaa daldala alaaf oolu karaa…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonni Biiroo Miseensa Gamtaa Afrikaa dhimma Hidha Haaromsaa irratti har’a ni mari’atu Wabi Fufa Jul 21, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 14, 2012 (FBC) – Hoggantoonni Biiroo Miseensa Gamtaa Afrikaa dhimma Hidha Haaromsaa Guddichaa Ityoophiyaa irratti guyyaa har’a ni mari’atu. Hoggantoonni…
Idil Addunyaa Covid-19 Afrikaatti hammaachuu akka danda’u Dhaabbatni Fayyaa Addunyaa akeekkachiise Wabi Fufa Jul 21, 2020 0 Finfinnee, Adoolessa 14, 2012 (FBC) - Dhaabbati Fayyaa Addunyaa(WHO) tatamsa’inni vaayrasii koroonaa biyyootii Sahaaraa gadii Afrikaa keessatti dabalaa jiraachuu akeekkachiise. Dhaabbatni…