Aadde Adaanach dhimmoota waqtaawarratti jiraattota magaalaa Finfinnee waliin mari’ataa jiru
Finfinnee Fulbaana 13, 2013(FBC)-Itti aantuu kantibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee dhimmoota haala yeroorratti kutaalee hawaasa garaagaraa waliin mari’acha jiru.…