Caffee Oromiyaa waltajjii gamaaggama raawwii bara 2012 fi qophii karoora bara 2013 gaggeessa jira
Finfinnee, Fulbaana 8, 2013 (FBC)- Afyaa’iin Caffee Oromiyaa aadde Loomii Badhoo ergamoota gurguddoo heeraan kennamaniif irratti hundaa’uun fayyadamummaa ummata naannichaa mirkaneessuuf…