Oduu biyya keessaa Leenjiin hoggantoota Paartii Badhaadhinaa taa’amaa jira Obse Wakgari Sep 14, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 4, 2013 (FBC) – Leenjiin hoggantoota Paartii Badhaadhinaa giddu galeessaa taa'amaa jira. Leenjichi magaalota godinaatti laatamuu eegaleera. …
Ispoortii Taphoonni Priimeyar Liigii Ingilaand bara 2020-2021 torbeen jalqabaa Sanbataa fi Dilbata… Sifen Megersa Sep 14, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 4, 2013 (FBC) – Taphoota Priimeyar Liigii Ingilaand bara 2020-2021 torbee jalqaban Liivar Puul, Arsenaal, Evartani fi Leesiister yoo milkaa’an, Tootanihaam injifatame.…
Idil Addunyaa Yuugaandaa fi Taanzaaniyaan Doolaara biiliyoona 3.5n sarara daddabarsa gaazii diriirsuuf waliigalan Wabi Fufa Sep 14, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 4, 2013 (FBC) – Yuugandaa fi Taanzaaniyaan sarara tuubboo gaazii ititaa kiiloo meetra kuma 1 fi 445 ijaaruuf waliigalan. Proojaktii Doolaara biiliyoona 3.5 bakkeewwan…
Idil Addunyaa Balaa Ibiddaa Lixa Ameerikaatti muudateen lubbuun namoota 33 darbe Sifen Megersa Sep 14, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 4, 2013 (FBC) – Balaan Ibiddaa Kaaliifoorniyaa, Oriigoonii fi Waashiingitanitti muudate lubbuu namaa fi qabeenyarra miidhaa qaqqabsiise. Balaa ibiddaa…
Teeknooloojii TiikTook caalbaasi Maaykiroosooft kufaa taasise Wabi Fufa Sep 14, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 4, 2013 (FBC) –TiikTook caalbaasi Maaykiroosooft kufaa taasise. Appilikeeshinii jaalatamaa ta’e namoonni ittiin viidiyoo waliif daddabarsan TiikTook caalbaasii…
Biiznasii Ityoophiyaan Birrii 10, 50 fi 100 geeddaruufi Obse Wakgari Sep 14, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 4, 2013 (FBC) – Ityoophiyaan maallaqa; Birrii 10, 50 fi 100 guutummaan geeddaruufi. Gosootiin Birrii kanneenis gabaarra kan oolan ta'uun ibsameera.…
Idil Addunyaa Addunyaarratti guyyaa tokkotti namoonni kumni 300 ol vaayrasii koroonaatin qabaman Obse Wakgari Sep 14, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 4, 2013 (FBC)-Guyyaa tokkotti namoonni kumni dhibbi 3 kumni 7 fi 930 vaayrasii koroonatin qabamuu Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa beeksisee. Kunis lakkoofsa olaanaa ta’eet…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaatin lubbuu isaanii dhaban kuma 1 ol ta’e Obse Wakgari Sep 14, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 4, 2013 (FBC) – Ityoophiyaatti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaatin lubbuu isaanii dhaban kuma 1 ol ta'e. Gabaasa sa'aa 24tin qorannaan samuudaa namoota…
Oduu biyya keessaa Naannoon Oromiyaa nageenya ummata haqaan mirkaneessuuf konkolaataa paatrooli 650 kenne Obse Wakgari Sep 13, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 3, 2013 (FBC) – Mootummaa naannoo Oromiyaa nageenya ummata haqaan mirkaneessuuf konkolaataa paatirooli 650 kenneera. Preezdaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa obbo…
Oduu biyya keessaa Manneen murtii Federaalaa baatii Fulbaana gariin cufamaniit turu Obse Wakgari Sep 13, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 3, 2013 (FBC) – Manneen Murtii Federaalaa baatii Fulbaana 2013 gariin cufamaniit akka turan Mannii Murti Waliigalaa Federaalaa beeksise. Manneen murtii weerara…