Ispoortii Gareen Biyyalessaa Ityoophiyaa Zaambiyaan 3 fi 2n injifatame Sifen Megersa Oct 22, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessaa 12, 2013 (FBC) - Gareen biyyaalessa Ityoophiyaa gita isaa Zaambiiyaan 3 fi 2n dirree isaarratti injifatame. Tapha michoomaa Istaadiyeemii Finfinneetti…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti namoonni dabalata 175 vaayrasii koroonaatin qabaman Sifen Megersa Oct 22, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessaa 12, 2013 (FBC) - Naannoo Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni 175 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame. Naannichaatti sa’aa 24…
Oduu biyya keessaa Ministeerri Maallaqaa hojmaata baajatni dabalataa aanaalee fi gandoota naannoo Tigraayiif itti… Sifen Megersa Oct 22, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessaa 12, 2013 (FBC) - Ministeerri Maallaqaa hojmaata baajanni dabalataa aanaalee fi gandoota naannoo Tigraayiif itti qaqqabu qopheessuu beeksise. Manni…
Oduu biyya keessaa Dhaabbileen Abbaa Gaar Ityoophiyaa fi Jiibuutii waliin hojjechuuf waliigalan Sifen Megersa Oct 22, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessaa 12, 2013 (FBC) - Dhaabbileen Abbaa Gaar Ityoophiyaa fi Jiibuutii tumsaan hojjechuuf sanada waliigaltee mallatteessan. Waliigaltichi har’a Dhaabbata…
Ispoortii Obbo Eeliyaas Shukuriin Preezdaantii Ejansii Farra Si’eessituu Idila Addunyaa waliin mari’tan Sifen Megersa Oct 22, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessaa 12, 2013 (FBC)- Komishinirri Komishinii Ispoortii FDRI obbo Eeliyaas Shukuriin Preezdaantii Ejansii Farra Si’eessituu Idila Addunyaa Wiitoold Baankaa waliin…
Oduu biyya keessaa Dirriirsi sarara elektirikii projaktii bishaan Jibuutii marsaa jalqabaa xumurame Wabi Fufa Oct 22, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessaa 12, 2013 (FBC) - Dirriirsi sarara elektirikii projaktii bishaan Jibuutii marsaa jalqabaa xumurame. Marsaa lamatti qoodamee raawwataamaa kan jiru dirriirsi sarara…
Oduu biyya keessaa Meejar jeneraal Kinfa Daanyew dabalatee himatamtoonni biroo ragaa ittisaa akka dhiyeeffatan… Sifen Megersa Oct 22, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessaa 12, 2013 (FBC) – Yakka Malaammaltummaan himatamuun mana sirreessaa kan jiran daayreektarri olaanaan duraanii Meeteek Meejar jeneraal Kinfa Daanyew dabalatee…
Oduu biyya keessaa Ministirri Deettaan Dhimma Alaa Tsiyoon Taklee Mootummaa Deenmaarkiitti Ergamaa Addaa Dhimma… Wabi Fufa Oct 22, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessaa 12, 2013 (FBC) - Ministirri Deettaan Dhimma Alaa Tsiyoon Taklee Mootummaa Deenmaarkiitti Ergamaa Addaa Dhimma Baqattootaa waliin marii’atan. Ministirri Deettaan…
Oduu biyya keessaa Godina Beenchii Shakkoo aanaa Gurrafardaatti namoonni jiraattootarratti haleellaa raawwachuun… Sifen Megersa Oct 22, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessaa 12, 2013 (FBC) – Naannoo Kibbaa godina Beenchii Shakkoo aanaa Gurrafardaatti namoonni jiraattootarratti haleellaa raawwachuun shakkaman 16 too’atamuu ibsame.…
Oduu biyya keessaa Ce’umsaawwan daandii baabura salphaa magaalaa Finfinnee irratti kan muldhatu rakkoo tiraafikaa… Wabi Fufa Oct 22, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessaa 12, 2013 (FBC) - Ce’umsaawwan daandii baabura salphaa magaalaa Finfinnee irratti kan muldhatu rakkoo tiraafikaa furuuf mariin gaggeeffame. Ce’umsaawwan daandii…