Balaan Ibiddaa warshaa Ispoonjii magaalaa Finfinnee keessatti muudate qabeenya barbadeesse
Finfinnee, Onkololeessaa 12, 2013 (FBC) – Balaan Ibiddaa Warshaa Ispoonjii magaalaa Finfinnee kutaa bulchiinsa Araadaatti muudateen qabeenya Birrii kuma dhibba 5 olitti tilmaamamu…