Oduu biyya keessaa Sirna Gadaa barnootan laachuuf qophiin xumuramu ibsame Obse Wakgari Oct 14, 2020 0 Finfinnee, Onkooleessa 4, 2013 (FBC)- Sirna Gadaa akka gosaa barnoota tokkootti barsiisuuf karoora qabamee hojiirra olchuuf qophiin xumuramu naannoon Oromiyaa beeksise. Sadarkaa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy fi preezdaant Isaayyaas Ityoo Injinariing daawwatan Obse Wakgari Oct 14, 2020 0 Finfinnee, Onkooleessa 4, 2013 (FBC)-Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimad fi preezdaantiin Eertiraa Isaayyaas Afawarqii Ityoo Injinariing daawwataniiru. Gareen Ityoo Injinariing…
Oduu biyya keessaa Abbaan Alangaa Waliigalaa baatiwwan sadan darbanitti galmeewwan 12,037 irratti murte dabarsu… Obse Wakgari Oct 14, 2020 0 Finfinnee, Onkooleessa 4, 2013 (FBC)- Abbaan Alangaa Waliigalaa bara baajata 2013 raawwii qophii karoora kurmaana jalqabaa, seeraa kabachiisuu fi seeraa yaakka raawwachisu akkasumaas…
Oduu biyya keessaa Miidiyaaleen heddumatanis gaazeexeessitoonni odeeffannoo argachuurratti ammas hanqinni jiraachuu… Sifen Megersa Oct 14, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 4, 2013 (FBC) – Waggoottaan lamaan darbanitti dameen miidiyaa heddumatanis gaazeexeessitoonni odeeffannoo argachuurratti ammas rakkoon jiraachuu ibsme. …
Oduu biyya keessaa Paarkiiwwan Indaastirii Hawaasaa fi Adaamaa haguuggii afaanii fi funyaanii miiliyoona 50 Ministeera… Obse Wakgari Oct 14, 2020 0 Finfinnee, Onkooleessa 4, 2013 (FBC)- Paarkiiwwan Indaastirii Hawaasaa fi Adaamaa haguuggii afaanii fi funyaanii miiliyoona 50 oomishuun Ministeera Barnootaaf dhiyeessuu eegalan.…
Idil Addunyaa Balaan Ibiddaa gaara Kiiloomaanjaaroorratti muudate bosona lafa Iskuweer Kiiloo Meetira 28 irra ture… Sifen Megersa Oct 14, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 4, 2013 (FBC) – Balaan Ibiddaa gaara Kiiloomaanjaaroorratti muudate bosona lafa Iskuweer Kiiloo Meetira 28 irra ture barbadeesse. Taanzaaniyaatti hawwata…
Oduu biyya keessaa Hoomaan Awwaannisaa Godina Harargee Lixaa aanaa 8 keessatti muul’ate oomisharra miidhaa qaqqabsiisee Sifen Megersa Oct 14, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 4, 2013 (FBC) – Hoomaan Awwaannisaa Godina Harargee Lixaa aanaa 8 gandoota 157 keessatti muul’ate oomisharra miidhaa qaqqabsiisuu ibsame. Jilli…
Idil Addunyaa Baankiin Addunyaa talaalli Covid -19 biyyoota guddataa jiraniif kan oolu Doolaara biiliyoona 12… Sifen Megersa Oct 14, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 4, 2013 (FBC) – Baankiin Addunyaa talaalli Covid -19 biyyoota guddataa jiraniif kan oolu Doolaara biiliyoona 12 raggaasisuu ibsame. Deeggarsichi wayita…
Oduu biyya keessaa Karoorri adeemsa baruu fi barsiisuu haala qabatamaa naannorratti kan hundaa’u ta’a –Ministeera… Sifen Megersa Oct 14, 2020 0 Finfinnee, Onkololeessa 4, 2013 (FBC) – Karoorri adeemsa baruu fi barsiisuu dabareen itti fufsiisuuf qabame haala qabatamaa naannorratti kan hundaa’u ta’uu Ministeera Barnootaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti namoonni dabalata 102 vaayrasii koroonaatin qabaman Obse Wakgari Oct 14, 2020 0 Finfinnee, Onkooleessa 4, 2013 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni 102 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame. Naannichaatti sa’aa 24 darbeetiin qorannoo…