Oduu biyya keessaa Irreechi Malkaa Ateetee har’a kabajame Obse Wakgari Oct 10, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 30, 2013 (FBC)- Irreechi Malkaa Ateetee har'a magaalaa Buraayyuutti kabajameera. Kabaja ayyaanichaarratti Abbootiin Gadaa,haadholiin siinqee,qeerroo fi qarreewwan…
Oduu biyya keessaa Paarkiin Inxooxxoo eebbifame Obse Wakgari Oct 10, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 30, 2013 (FBC)- Paarkiin Inxooxxoo ifatti har’a eebbifameera. Paarkicha Muummeen Ministira FDRI Dooktar Abiy Ahimad eebbicha bananiiru. Dooktar Abiy sirna…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Beeniyaamin Netaaniyaahu waliin mari’atan Obse Wakgari Oct 9, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 29, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiira FDRI Dooktar Abiy Ahimad muummee ministira Israa’eel Beeniyaamin Netaaniyaahu waliin dhimma naannichaarratti bilbilaan…
Oduu biyya keessaa Boordiin Filannoo Biyyaalessaa iyyannoo hoggantoonni Adda Bilisumma Oromoo dhiyaassaniif murtoo… Sifen Megersa Oct 9, 2020 0 Finfinnee,Fulbaana 29, 2013 (FBC) -Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Ityoophiyaa iyyannoo jijjiirraa fi dhorkama hoggantootaa ilaalchisee paartii Adda Bilisummaa Oromoo irraa dhiyaateef…
Oduu biyya keessaa Dhaabbanni Tola Oltummaa Giloobaal Laayfi meeshaalee yaalaa fi covid-19 ittisuuf gargaruu Birrii… Wabi Fufa Oct 9, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 29, 2013 (FBC) - Dhaabbanni Tola Oltummaa Giloobaal Laayfi jedhamu Kooriyaa Kibbaatti argamu meeshaalee yaalaa fi covid-19 ittisuuf gargaruu Birrii miiliyoona 33…
Oduu biyya keessaa MM Dr Abiy Sagantaan Nyaataa idil Addunyaa badhaafamaa Noobeelii Nageenyaa 2020 mo’achuusaanif ergaa… Obse Wakgari Oct 9, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 29, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiira FDRI Dooktar Abiy Ahimad Sagantaan Nyaataa idil Addunyaa badhaafamaa Noobeelii Nageenyaa 2020 mo’achuusaanif ergaa baga gammaddanii…
Oduu biyya keessaa Qaamolee daandii keessa keessaa dallaan cufuun tajaajila garaagaraaf oolchan irratti tarkaanfiin… Sifen Megersa Oct 9, 2020 0 Finfinnee,Fulbaana 29, 2013 (FBC) - Qaamolee daandii keessa keessaa dallaan cufuun tajaajila garaagaraaf oolchan irratti tarkaanfiin seeraa kan fudhatamu ta’uu Abbaan Taayitaa…
Oduu biyya keessaa Obbo Taaggasaan Boordichi filannoo biyyaalessaa 6ffaa 2013tti gaggeessuuf qophii meeshaale taasisuu… Wabi Fufa Oct 9, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 29, 2013 (FBC) - Ay- Yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Ityoophiyaa filannoo biyyaalessaa 6ffaa 2013tti gaggeessuuf qophii…
Oduu biyya keessaa Marsariitii hawaasummaa sirnaan yoo hin fayyadamne Birrii kuma 50 fi hidha waggaa 5 adabsiisa Obse Wakgari Oct 9, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 29, 2013 (FBC)- Marsariitii hawaasummaa sirnaan yoo hin fayyadamne Birrii kuma 50 fi hidha waggaa 5 akka dabsiisu ibsame. Daayreektooreetiin Barnoota Hubanna Seeraa…
Oduu biyya keessaa Ogeessoota ogummaa barsiisummaan tajaajilaa turaniif itti gaafatamummaa biyyaa akka ba’ataniif… Wabi Fufa Oct 9, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 29, 2013 (FBC) - Ogeessoota ogummaa barsiisummaan tajaajilaa turaniif itti gaafatamummaa biyyaa akka ba’ataniif waamichi dhiyaate. Ministeerri Barnootaa ogeessoota…