Oduu biyya keessaa Dooktar Liyaa Taaddasaan Hospitaala Felaga Hiywoot daawwatan Obse Wakgari Dec 28, 2020 0 Finfinnee, Muddee 19, 2013 (FBC)- Ministirri Ministeera Fayyaa FDRI Dooktar Liyaa Taaddasaan magaalaa Baahir Daaritti kan argamu Hospitaala Felaga Hiywoot hospiitaala nageenyummaa fi…
Oduu biyya keessaa Daangeffamni bulchiinsa riifoormii waloo Dhaabbilee Demokiraasii Federaalaa ragga’e Wabi Fufa Dec 28, 2020 0 Finfinnee, Muddee 19, 2013 (FBC) – Daangeffamni bulchiinsa riifoormii waloo Dhaabbilee Demokiraasii Federaalaa ragga’e. Ministirri Deettaan Itti Waamamaa Gargaaraa Mootummaa obbo…
Oduu biyya keessaa Manni Maree naannoo Beenishaanguul Gumuuz boruu yaa’ii ariifachiisaa ni gaggeessa Obse Wakgari Dec 28, 2020 0 Finfinnee, Muddee 19, 2013 (FBC)- Manni Maree naannoo Beenishaanguul Gumuuz boruu yaa’ii ariifachiisaa akka gaggeessu ibsame. Itti aantuun Af Yaa’ii mana maree naannichaa aadde Alamnash…
Oduu biyya keessaa Torbee tokko keessatti meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 75 fi kuma 200 fi kuma75tti… Wabi Fufa Dec 28, 2020 0 Finfinnee, Muddee 19, 2013 (FBC) – Torbee tokko keessatti meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 75 fi kuma 200 fi kuma75tti tilmaamamu too’atame. Torbee tokko keessatti…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 451 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame Sifen Megersa Dec 27, 2020 0 Finfinnee, Muddee 18, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa'aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 451 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 8 darbeera. Sa'aatii 24…
Oduu biyya keessaa Guyyaan qaama miidhamtootaa magaalaa Bahaar Daaritt kabajame Sifen Megersa Dec 27, 2020 0 Finfinnee, Muddee 18, 2013 (FBC) - Guyyaan qaama miidhamtootaa idil addunyaa 29ffaan magaalaa Bahaar Daaritti har'a kamajameera. Ayyaanichi mata duree 'Covid -19 booda qaama…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi yeroo naannoo Tigraay dargaggoota magaalaa Maqalee waliin mari’ate Sifen Megersa Dec 27, 2020 0 Finfinnee, Muddee 18, 2013 (FBC) - Bulchnsi yeroo naannoo Tigraay dargaggooota magaalaa Maqalee waliin mari'ateera. Bulchiinsichi kutaa hawaasaa waliin dhimmoota waqtaawaa waliin marii…
Oduu biyya keessaa Mootummaan Naannoo Sidaama Magaalaa Hawaasatti Warshaan Zayita nyaataa kan jalqabaa Birrii… Wabi Fufa Dec 27, 2020 0 Finfinnee, Muddee 18, 2013 (FBC) – Mootummaan Naannoo Sidaama Magaalaa Hawaasatti Warshaan Zayita nyaataa kan jalqabaa Birrii biiliyoona 1.7n ijaaruuf akka ta’ee ibsame. Warshaa Zayitaa…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi magaalaa Finfinnee naannoo Beenishaanguul Gumuuzif deeggarsa midhaan nyaataa Birrii… Wabi Fufa Dec 27, 2020 0 Finfinnee, Muddee 18, 2013 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee naannoo Beenishaanguul Gumuuzif deeggarsa midhaan nyaataa Birrii miiliyoona 8.6tti tilmaamamu taasise. Deeggarsicha…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa FDRI karoora waggaa 5 irratti marii’ate Wabi Fufa Dec 27, 2020 0 Finfinnee, Muddee 18, 2013 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa FDRI karoora waggaa 5 irratti marii’ate. Marichi kan gaggeeffame magaalaa Jigjigaatti Dhaabbilee Demokiraasii…