Paarkiin Tokkuumma agarsiisaa Diraafeessaa daawwattootaaf baanaa taasise
Finfinnee, Muddee 1, 2013 (FBC)- Da’oon bineensoota Paarkii Tokkuumma agarsiisaa Diraafeessaa daawwattootaaf baanaa taasiseera.
Agarsiisichi har’a irraa ka’ee baanaa ta’u ibsameera.…