Oduu biyya keessaa Guyyaan Alaabaa Biyyaalessaa 13ffaan Wiixata kabajama Wabi Fufa Oct 9, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 29, 2013 (FBC) - Guyyaan Alaabaa Biyyaalessaa 13ffaan Wiixata kabajama. Guyyaan Alaabaa Biyyaalessaa 13ffaan mata duree “ Alaaban keenya nageenyaa, tokkummaa fi…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti yunvarsiitiwwan 8 gidduugala qorannoo jedhamun adda baafaman Obse Wakgari Oct 9, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 29, 2013 (FBC)- Ityoophiyaatti yunvarsiitiwwan 8 giddugala qorannoo ta’uun adda baafamuu Ministeerri Saayinsii fi Dhaabbilee Barnoota olaanoo beeksise. Gorsaa olaanaa…
Oduu biyya keessaa Sagantaan Nyaataa idil Addunyaa badhaafamaa Nobeelii Nageenyaa 2020 ta’e Wabi Fufa Oct 9, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 29, 2013 (FBC) - Qaama Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii kan ta’e Sagantaan Nyaataa idil Addunyaa badhaafamaa Nobeelii Nageenyaa 2020 ta’e. Dhaabbatichi kutaalee…
Oduu biyya keessaa Jilli gamtaa Awurooppaa Jooseep Booraliin durfamu naannoo Soomaalee gale Sifen Megersa Oct 9, 2020 0 Finfinnee,Fulbaana 29, 2013 (FBC) - Jilli Dhimma Alaa fi Imaammata nageenyaa gamtaa Awurooppaa itti aanaa Preezdaantii gamtichaa Jooseep Booraliin durfamu naannoo Soomaalee gale.…
Oduu biyya keessaa Waldhaanamtoota Daranyoo Sombaa (TB) qorichaan wal bareef nyaatni madaalamaan rabsamaa jira Wabi Fufa Oct 9, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 29, 2013 (FBC) - Waldhaanamtoota Daranyoo Sombaa (TB) qorichaan wal bareef nyaatni madaalamaan rabsamaa jira. Waldhaanamtoota Daranyoo Sombaa(TB) qorichaan wal bareef…
Oduu biyya keessaa Jireenya horsiisee bulaa jijjiiruuf hojiin qorannoorrratti hundaa’e hojjetamaa jira Sifen Megersa Oct 9, 2020 0 Finfinnee,Fulbaana 29, 2013 (FBC) - Jireenya horsiisee bulaa jijjiiruuf hojiin qorannoorrratti hundaa’e hojjetamaa jiraachuu Komishiniin Qindeessaa Misooma Naannoo Horsiisee Bulaa Oromiyaa…
Idil Addunyaa Tiraamp gara hojiitti deebi’uuf qophii ta’uu ogeessonni fayyaa himan Obse Wakgari Oct 9, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 29, 2013 (FBC) – Preezdaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp gara hojiitti deebi’uuf qophii ta’uusanii ogeessonni fayyaa himaniiru. Tiraamp tibba darbe vaayrasii…
Idil Addunyaa Bara kana biyyoota Afrikaa Sahaaraa gadi jiran keessatti namoonni miiliyoonni 40 hiyyummaa hamaa… Obse Wakgari Oct 9, 2020 0 Finfinnee,Fulbaana 29, 2013 (FBC) - Bara kana biyyoota Afrikaa Sahaaraa gadi jiran keessatti namoonni miiliyoonni 40 hiyyummaa hamaa keessa galuu akka danda’an Baankiin Addunyaa ifoomse.…
Oduu biyya keessaa Qorannaa samuudaa qonna baranaatif ragaan direerraa walitti qabama jira Obse Wakgari Oct 9, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 29, 2013 (FBC)- Qorannaa samuudaa qonna 2013f hojiin ragaa dirreerraa walitti qabuu guutuu biyyattitti eegalu Eejansiin Istaatiksii Giddugaleessa Ityoophiyaa beeksiseera.…
Oduu biyya keessaa Dooktariiniin Poolisii FDRI haaraan ifoome Sifen Megersa Oct 9, 2020 0 Finfinnee,Fulbaana 29, 2013 (FBC) - Dooktariiniin Poolisii FDRI haaraan ummataa tajaajiluu fi ammayya’aan ta’e ifoome. Dooktariinuun kun waggoottaan lamaan darbaniif…