Oduu biyya keessaa Obbo Jawaar Mahaammadfaarratti himannaan baname Obse Wakgari Sep 21, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 11, 2013 (FBC) – Obbo Jawaar Mahaammad, Baqqalaa Garbaa, Hamzaa Booranaa dabalatee namoota 18 irratti himannaan baname. Himatamtoonni mana murtii dhiyaataniiru.…
Fayyaa Dhaabbatni Fayyaa Addunyaa (WHO) qorichoota aadaa Afrikaa Covid19 fayyisu jedhaman irratti yaalii… Wabi Fufa Sep 21, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 11, 2013 (FBC) – Dhaabbatni Fayyaa Addunyaa (WHO) qorichoota aadaa Afrikaa Covid19 fayyisu jedhaman irratti yaalii taasisuuf murteesse. Qorichooti aadaa yoo saayinsiin…
Oduu biyya keessaa Haala barnoota dhaabbilee olaanoo eegaluun danda’amuurratti mar’atamaa jira Obse Wakgari Sep 21, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 11, 2012 (FBC)- Haala barnoota dhaabbilee olaanoo eegaluun danda’amuurratti Yuunivaarsiiti Jimmaatti mariin gaggeeffamaa jira. Waltajjichaan dhaabbilee barnoota…
Teeknooloojii Bulchiinsi Tiraamp Wiichaatiin akka hin uggurre manni murtii murteesse Wabi Fufa Sep 21, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 11, 2013 (FBC) –Bulchiinsi Tiraamp Wiichaatiin akka hin uggurre manni murtii murteesse. Ameerikaan abbummaan isaa Chaayinaa kan ta’e appilikeeshinii Wiichaat ittisuuf…
Oduu biyya keessaa Of eeggannoo barbaachisan taasisuun barnoota eegaluuf qophiin xumuramuu ibsame Sifen Megersa Sep 21, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 11, 2013 (FBC) - Sababa weerara vaayrasii koroonaan barnoota idilee adda citee ture eegaluuf qophiin barbaachisu xumuramuu Ministeerri Barnootaa beeksise. …
Oduu biyya keessaa Buufanni raabsaa elektiriikaa Bishooftuu tajaajilaaf qophii ta’e Obse Wakgari Sep 21, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 11, 2013 (FBC) – Buufanni raabsaa elektiriikaa Bishooftuu tajaajilaaf qophii ta'e. Buufatichi Doolaara ,iiliyoona 25 oliin kan ijaarrame yoo ta'u raabsaa…
Oduu biyya keessaa Sirni awwaalchaa Sulxaan Hanfiree Aliimirraah har’a raawwatama Obse Wakgari Sep 21, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 11, 2013 (FBC) –Sirni awwaalchaa Sulxaan Hanfiree Aliimirraah raawwatame. Reeffi isaaniis har'a naannoo Afaar magaalaa Samaraa galee ture. Dhukkubsatanii…
Waajabila Faanaa Feesbuukiin magaalaa guddaa Naayjeeriyaatti waajjira isaa banufi Wabi Fufa Sep 21, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 10, 2013 (FBC) – Feesbuukiin magaalaa guddaa Naayjeeriyaatti waajjira isaa banufi. Dhaabbanni Feesbuukii bara Faranjootaa dhuftutti magaalaa guddaa Naayjeeriyaa…
Idil Addunyaa Sudaan Ameerikaa waliin mari’achuuf jila Dubaayiitti ergite Wabi Fufa Sep 21, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 11, 2013 (FBC) – Sudaan qondaaltoota Ameerikaa olaanoo waliin mari'achuuf jilashee gara Emiretoota Arabaa Gamtoomanitti erguushe beeksiifte. Ameeriikaan akka Sudaan…
Ispoortii Taphoota Priimeyar Liigii Ingilaand torbee 2ffaan Liivar Puul Cheelsii injifate Sifen Megersa Sep 21, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 11, 2012 (FBC) – Taphoota Priimeyar Liigii Ingilaand torbee 2ffaan Cheelsiin dirree isaa irratti Liivar puuliin injifatmeera. Priimeyar liigichaan kaleessa…