Oduu biyya keessaa Aadde Adaanachi magaalaa Samaraa galan Sifen Megersa Sep 20, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 10, 2013 (FBC) - Itti aantuu Kaantibaan magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee lammiilee balaa lolaan miidhaman deeggaruuf naannoo Afaar magaalaa Samaraa galan.…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Ambootti dhagaan bu’uraa Siidaa Artiist Haacaaluu Hundeessaa fi giddugala Aadaa fi seenaa… Sifen Megersa Sep 20, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 10, 2013 (FBC ) - Siidaa yaadannoo Artiist Haacaaluu Hundeessaa fi giddugala Aadaa fi Seenaa Oromoo magaalaa Ambootti ijaaruuf dhagaan bu’uraa kaa’ame.…
Oduu biyya keessaa Dilbata boruu Fulbaana 10, 2013 Finfinnee dameelee filatamanitti tajaajila ni kenna Wabi Fufa Sep 19, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 9, 2013 (FBC) – Dilbata boruu Fulbaana 10, 2013 Finfinnee dameelee filatamanitti tajaajila ni kenna. Baankiin daldala Itiyoophiyaa, raabsaa birrii haaraa…
Fayyaa Biyyatiitti dhukkuboonni daddarboo hintaane sadarkaa yaadessaarra gahuun ibsame Wabi Fufa Sep 19, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 9, 2013 (FBC) – Biyyatiitti dhukkuboonni daddarboo hintaane sadarkaa yaadessaarra gahuun ibsame. Biyyatiitti dhukkuboota onnee fi dhiphina ujummoo dhiigaa…
Oduu biyya keessaa MM Dr. Abiy Proojaktii Humna Bishaanii Oomoo laga Oomoo daawwatan Wabi Fufa Sep 19, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 9, 2013 (FBC) – Proojaktiin Humna Bishaanii Oomoo laga Oomoorratti kan argamu yoo ta'u, hojiinsaa dhibbeentaa 37 xumuramuu Muummeen ministiraa Dooktar Abiy Ahimad…
Oduu biyya keessaa Obbo Jawaar Mahaammadii fi Baqqalaa Garbaa dabalatee namoota 24 irratti himatni baname Wabi Fufa Sep 19, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 9, 2013 (FBC) –Obbo Jawaar Mahaammadii fi Baqqalaa Garbaa dabalatee namoota 24 irratti himatni baname. Jawaar Mahaammad, Baqqalaa Garbaa, Hamzaa Adaanaa…
Oduu biyya keessaa Ejansichi karoora hojii waggoottan kurnan dhufaniirratti magaalaa Adaamaatii marii’achaa jira Wabi Fufa Sep 19, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 9, 2013 (FBC) – Ejansiin dhimma kaafamtoota miisoomaa Oromiyaa rawwii hojii bara 2012 fi karoora hojii waggoottan kurnan dhufaniirratti magaalaa Adaamaatii marii’achaa…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanach hospitaala haadholii fi daa’immani baasii Birrii miiliyoona 400 ijaarrama jiru… Obse Wakgari Sep 19, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 9, 2013 (FBC)- Itti aantuun kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee hospitaala haadholii fi daa’immanii baasii Birrii miiliyoona 400 Haayaatitti ijaarrama…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsitiin Haramaayaa barattoota kuma 2 fi 800 barsiisaa ture eebbisiise Obse Wakgari Sep 19, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 9, 2013 (FBC)- Yuunivarsitiin Haramaayaa barattoota kuma 2 fi 800 barsiisaa ture eebbisiise. Yuunivarsiitichi barattoota digrii jalqabaa hanga doktaraatti barsiisaa ture…
Oduu biyya keessaa Jilli Preezdaantii mootummaa naannoo Oromiyaan durfamu sosochii qonnaa naannoo Oromiyaa daawwata… Obse Wakgari Sep 19, 2020 0 Finfinnee, Fulbaana 9, 2013 (FBC)- Jilli preezdaantii mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan durfamuu sochii qonnaa naannoo Oromiyaa daawwata jira. Jilli kun,…