Keeniyaan namoota 9 Alshabaabin deeggaru jette qabeenya isaanii uggurte
Finfinnee, Hagayya 28, 2012 (FBC)- Keeniyaan namoota 9 Alshabaabin deeggaru jette qabeenya isaanii uggurte.
Ministeerri biyya keessa Keeniyaa akka beeksiseetti, murtichi hookkora biyya…