Sudaanitti balaa lolaa laga Naayiliin lubbuun namoota 86 darbe
Finfinnee, Hagayya 22, 2012 (FBC) – Sudaanitti balaa lolaa laga Naayiliin lubbuun namoota 86 darbuu fi manneen jireenyaa kumni 18 ola manca’uu ibsame.
Biyyattitti sababa…