Ispoortii Tootanahaam 1- 1 Maanchiisteer Sifen Megersa Jun 20, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 13, 2012 (FCB) –Taphni Priimiyar Liigii Ingilaandiin tarbee 30ffaa Tootanahamii fi Maanchisteer Yuunaaytiid gidduutti taphatame qixaan golobame. Taphni…
Oduu biyya keessaa Sarara daddabarsa humnaa daandii Baaburaa ijaaruuf waliigalteen mallattaa’e Sifen Megersa Jun 20, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 13, 2012 (FCB) –Proojaktii daandii Baaburaa Awaash – Waldiyaa gabaa Haraatiif sarara daddabarsa humnaa ijaaruuf waliigalteen mallataa’e. Waliigaltichi…
Oduu biyya keessaa Obbo Awwaluu Abdii sadarkaa Ministiraatti Preezdaantii Akkaadaamii Mallas ta’uun Muudaman Sifen Megersa Jun 20, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 13, 2012 (FCB) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad, Obbo Awwaluu Abdii sadarkaa Ministiraatti Preezdaantii Akkaadaamii Mallas gochuun muuduu isaanii…
Oduu biyya keessaa Harkifachuu ijaarsa Proojaktii hidha haaroomsaaf rakkoon bulchiinsa gaarii qooda olaanaa taphachuu… Sifen Megersa Jun 19, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 12, 2012 (FBC) – Harkifachuu ijaarsa Proojaktii Hidha Haaromsa Guddichaaf rakkoon bulchiinsa gaarii qooda olaanaa qaba ture jedhan Ministirri Ministeera Bishaan,…
Teeknooloojii Tajaajjilli kaffaltii geejjibaa Intarneetiin eegalame Sifen Megersa Jun 19, 2020 0 Finfinnee,Waxabajjii 12, 2012 (FBC) – Tajaajjilli kaffaltii geejjibaa intarneetii bu’ureeffate eegalamuu Ministeerri Geejjibaa beeksise. Buufataalee Konkolaataatti waayita…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Finfinneetti lakkoofsi namoota Covid -19 qabamanii 2988 ga’e Sifen Megersa Jun 19, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 12, 2012 (FBC) –Gabaasa qorannaa sa'aa 24 darbeetin namoonni 101 vaayrasii koroonaatin qabamuu Biiroon Fayyaa magaalaa Finfinnee beeksise. Sa’aa 24…
Oduu biyya keessaa Giddugalli qorannoo Covid -19 magaalaa Bahaar Daar hojii eegale Sifen Megersa Jun 19, 2020 0 Finfinnee,Waxabajjii 12, 2012 (FBC) – Yuunvarsiitii Bahaar Daar Hospitaal Ispeeshaalaayizdii Xibaba Gihoonitti giddugalli qorannoo laabraatoorii vaayrasii koroonaa hojii eegale.…
Oduu biyya keessaa Leetanaal Jeneraal Mahammad Haamdaan hojiilee misoomaa magaalaa Finfinnee daawwatan Sifen Megersa Jun 19, 2020 0 Finfinnee, Waxabajjii 12, 2012 (FBC) – Itti aanaan Preeezdaantii Sudaan, Leetanaal Jeneraal Mahaammad Haamdaan Daagloon hojiilee misoomaa magaalaa Finfinnee daawwachuu ibsame. …
Fayyaa Oromiyaatti lakkoofsi namoota Covid -19 qabamanii 221 ga’e Sifen Megersa Jun 19, 2020 0 Finfinnee,Waxabajjii 12, 2012 (FBC) – Oromiyaatti gabaasa qorannaa sa'aa 24 darbeetin namoonni 6 vaayrasii koroonaatin qabamuu Biiroon Eeggumsa Fayyaa Oromiyaa beeksise. …
Oduu biyya keessaa Weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf labsii yeroo ariifachiisaa ba’erratti fooyyessii taasifame Obse Wakgari Jun 19, 2020 0 Finfinnee,Waxabajjii 12, 2012 (FBC) – Weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf labsii yeroo ariifachiisaa ba'erratti fooyyessii taasifame. Fooyyessichi kan taasifame qajeelfamoota…