Gabaasa sa’aa 24 darbetiin vaayrasichaan lubbuun namoota 7 darbe
Finfinnee,Waxabajjii 12, 2012 (FBC) – Gabaasa qorannaa sa'aa 24 darbeetin namoonni 116 vaayrasii koroonaatin qabamuu Ministeerri Fayyaa FDRI beeksise.
Gabaasa sa'aa 24 kanaan…