Magaalichaatti maanguddootaa daandirra jiraataan kuma 2 fi 700 kaasuuf hojjetamaa jiraachuu himame
Finfinnee, Caamsaa 12, 2012 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti maanguddoota kuma 2 fi 754 daandiirraa kaasuuf dhaabbilee tola ooltootaa waliin hojjechaa jiraachuu Biiroon Dhimma Hojjetaa fi…