Fiinlaand Ityoophiyaadhaf deeggarsa Yuuroo miiliyoona 4 laatte
Finfinnee, Caamsaa 10, 2012 (FBC) – Fiinlaand Ityoophiyaadhaf deeggarsa Yuuroo miiliyoona 4 laatte.
Deeggarsichi sagantaa qulqullinaa 'Waan Washiif' kan ooludha.
…