Browsing Category
Uncategorized
Inisheetivii horsiisa qorannoo qurxummiifi lubbu-qabeeyyii bishaan keessaatiin deeggarame hojiitti…
Finfinnee, Ebla 20, 2018 (FMC) – Waggoota sadii as inisheetivii horsiisa qurxummii, qorannoo qurxummiifi lubbu-qabeeyyii bishaan keessaatiin deeggarame hojiitti galchineerra jedhan…
Godina shawaa bahaa Aanaa Gumbichuu Magaalaa Caffee Doonsaatti Tajaajilli Giddu-gala Tokkoo egalame
Finfinnee, Ebla 15, 2018(FMC)- Godina shawaa Bahaa Aanaa Gumbichuu magaalaa Caffee Doonsaatti Tajaajilli Giddugala Tokkoo Masoob tajaajilaaf banaa ta'eera.
Giddugalli kun tajaajiloota…
Chelsiin Port Veel injifate
Finfinnee, Bitootessa 26, 2018 (FMC) - Sagantaa tapha dorgommii nuusa xumuraa Waancaa FA Ingilaandiin Chelsiin Port Veel 7 fi 0n injifateera.
Tapha galgala sa'aatii 1:15 irratti taphatame…
Galmeen filattootaa filannoo Waliigalaa 7ffaa dheerate
Finfinnee, Bitootessa 26, 2018 (FMC) - Boordiin Filannoo Biyyaalessaa galmee filattootaa filannoo Waliigalaa 7ffaa hanga Eebla 14, 2018’tti dheeresse.
Boordichi ibsa baaseen galmeen…
Iraan Buufata Waraanaa Kaataaritti argamu haleelte
Finfinnee, Bitootessa 8, 2018 (FMC) – Walitti Bu’iinsa Ameerikaa – Israa’eelii fi Iraan gidduutti deemaa jiru hordofee Iraan Imbaasii Ameerikaa Iraaqitti argamuu fi Buufata Waraanaa Kaataar…
Misoomni jireenya namaa irratti jijjiirama hinfidne guutuu ta’uu hindanda’u –…
Finfinnee, Guraandhala 21, 2018(FMC)- Misoomni jireenya namaa irratti jijjiirama hinfidne guutuu ta'uu hindanda'u jedhan Kantiibaa Adaanech Abeebee.
Giddugalli misooma Ogmmaa fi haaromsa…
Itiyoophiyaan abdii qofa osoo hin taane biyya hojii fi bu’aa qabatamaa ta’aa jirti…
Finfinnee, Amajjii 24, 2018 (FMC) - Itiyoophiyaan abdii qofa osoo hin taane biyya hojii fi bu'aa qabatamaa ta'aa jirti jedhan Ministirri Muummee itti aanaan obbo Tamasgeen Xurunaa.
Obbo…
Inisheetiiviin misooma qamadii inisheetiivii badhaadhina maatii qabatamaan mirkaneessaa jira –…
Finfinnee, Mudde 20, 2018 (FMC) – Inisheetiiviin misooma qamadii inisheetiivii badhaadhina maatii qabatamaan mirkaneessaa jira jedhe Biiroon Qonnaa Oromiyaa.
Jilli Hoogganaa Biiroo Qonnaa…
Godinichatti Lafti heektarri kumni 400 fi kumni 47 ol oomisha garaagaraan uwwiffamee kunuunfamaa…
Finfinnee, Onkoloolessa 26, 2018 (FMC)- Godina Horroo Guduruu Wallaggaatti qonna gannaa bara kanaan Lafti heektaarri kumni Dhibba 400 kumni 47 ol midhaan gosa garaagaraan uwwifamee…
Abbaan Gadaa Tuulamaa Goobanaa Hoolaa Irreecha Hora Finfinnee eebban eegalchiisan
Finfinnee, Fulbaana 24, 2018(FMC)- Abbaan Gadaa Tuulamaa Goobanaa Hoolaa Irreecha Hora Finfinnee bara 2018 eebban eegalchiisaniiru.
Ayyaanni Irreechaa bara kanaa guyyaa har’aa Hora…