Oduu biyya keessaa Shakkamtoota 63f, himannaan adda citeera Obse Wakgari Feb 25, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 17, 2012 (FBC) – Kanaan dura namoonni yakkoota addaddaatin shakkaman 63, himannaan isaanii adda citeefii ni gadhiifamu. Abbaan Alangee Waliigalaa…
Fayyaa Sodaa Vaayrasii Koroonaa hir’isuuf hojiiwwan qophii duraa hojjetamaa jira Wabi Fufa Feb 25, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 17, 2012 (FBC) –Sodaa Vaayrasii Koroonaa hir’isuuf hojiiwwan qophii duraa hojjetamaa jira. Sodaan vaayrasii koroonaa dabalaa dhufuun walqabatee hojiiwwan…
Oduu biyya keessaa Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimadii fi preezdaantiin Chaayinaa Shii Jiinpiing bilbilaan… Sifen Megersa Feb 25, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 17, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimadii fi preezdaantiin Chaayinaa Shii Jiinpiing bilbilaan mari'atan. Tattaaffii tamsa'ina koroonaavaayirasii…
Oduu biyya keessaa Konfaransiin idil addunyaa Iityoo-Hoortiikaalchar jalqabaa gaggeeffamuufi Sifen Megersa Feb 25, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 17, 2012 (FBC) - Konfaransiin idil addunyaa Iityoo-Hoortiikaalchar jalqabaa Finfinneetti gaggeeffamuufi. Konfaransiin kun Gurraandhala 20-21/2012 Finfinnee…
Idil Addunyaa Biyyoonni Afrikaa sadi vaayrasii koroonaan bal’inaan saaximaluu danda’u- Qorannoo Sifen Megersa Feb 25, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 17, 2012 (FBC) – Afrikaatti biyyoonni sadi vaayrasii koroonaaf carraa saaxilamuu olaanaa akka qaban qorannoon idil addunyaa tokko ifoomse. Akka ibsa qorannoo…
Oduu biyya keessaa Ooyruun Misoomaa Hundagaleessa Waldaa Misooma Kunuunsa Daa’imman Abbabach Goobanaa Yuunivarsitii… Wabi Fufa Feb 25, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 17, 2012 (FBC) – Ooyruun Misoomaa Hundagaleessa Waldaa Misooma Kunuunsa Daa’imman Abbabach Goobanaa Yuunivarsitii Amboof dabarfamee kenname. Ooyruun Misoomaa…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti misoomni qamadii sulula Awaash daawwatame Obse Wakgari Feb 25, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 17, 2012 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti misoomni qamadii naannoo sulula Awaash daawwatameera. Daawwicharratti kan argaman ministirri Ministeera Qonnaa obbo Umar…
Oduu biyya keessaa Ummanni naannoo Amaaraa fi Tigraay hariiroo seenaa waliin qaban akka cimsan gaafatame Wabi Fufa Feb 25, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 17, 2012 (FBC) - Ummanni naannoo Amaaraa fi Tigraay hariiroo seenaa waliin qaban akka cimsan gaafatame. Ummanni Amaaraa fi Tigraay hariiroo hawaasumaa, diinagdee…
Oduu biyya keessaa Leenjiin sadarkaa hoggansa federaalaa Paartii Badhaadhinaa kennamaa jira Obse Wakgari Feb 25, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 17, 2012 (FBC) – Leenjiin sadarkaa hoggansa federaalaa Paartii Badhaadhinaa kennamaa jira. Leenjichi magaalaa Finfinneetti kennamuu eegaleera.…
Oduu biyya keessaa Fooramiin saayinsii, teeknooloojii fi innooveeshinii Afrikaa 2ffaan Zimbaabuweetti gaggeeffamaa jira Wabi Fufa Feb 25, 2020 0 Finfinnee, Gurraandhala 17, 2012 (FBC) – Fooramiin saayinsii, teeknooloojii fi innooveeshinii Afrikaa 2ffaa fi fooramiin misooma waaraa Afrikaa 6ffaan Zimbaabuweetti gaggeeffamaa jira.…