Oduu biyya keessaa Haaromsi masaraa mootii Abbaa Jifaar %26 ga’e Wabi Fufa Feb 7, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2012 (FBC) - Haaromsi masaraa mootii Abbaa Jifaar %26 ga’uu Abbaan Taayitaa Eegumsaa fi Qorannoo Hambaa beeksise. Masarichi kan ijaarramee waggaa 140 dura.…
Oduu biyya keessaa Dhaabbaticha cimaa fi dorgomaa taasisuuf hojjetamaa jira -Dr Warqinah Gabayyoo Obse Wakgari Feb 7, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2012 (FBC) – Barreessaa olaanaan Mootummoota Misoomaa Baha Afrikaa Dooktar Warqinah Gabayyoon dhaabbata hogganan cimaa fi dorgomaa taasisuuf hojjechaa jiraachuu…
Oduu biyya keessaa Baha Afrikaatti weerara awwaannisaa ittisuuf tumsi hawaasa idil addunyaa gaafatame Obse Wakgari Feb 7, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2012 (FBC) – Baha Afrikaatti weerara awwaannisaa ittisuuf tumsi hawaasa idil addunyaa gaafatame. Ittisaa fi to'annoo weerara awwaannisaarratti magaalaa…
Idil Addunyaa Chaayinaatti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan du’anii saffisaan dabalaa jira jedhame Sifen Megersa Feb 7, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2012 (FBC) - Chaayinaatti namoonni vaayirasii koroonaan du’anii saffisaan dabalaa jiraachuun himameera. Akka Koomiishiniin Fayyaa Chaayinaa beeksisetti hanga…
Oduu biyya keessaa MM Dr Abiy Ahimad jiraattonni, keessummoota yaa’ii Gamtaa Afrikaatif simannaa fi keessummeessa… Obse Wakgari Feb 7, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad jiraattonni magaalaa Finfinnee keessummoota yaa'ii Gamtaa Afrikaatif simannaa fi keessummeessa gaarii akka…
Fayyaa Doonii namoota kuma 3 fi 700 qabatterratti namoonni 41 vaayrasii koroonaan qabamanii argaman Wabi Fufa Feb 7, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2012 (FBC) – Namoota qarqara galoo galaana Jaappaanitti dooniirraa bu’an keessaa 41 vaayrasii koroonaatin qabamaniiru. Dooniin Diyaamand Priins jedhamu namota…
Idil Addunyaa Dursaan garee al Qaa’idaa ajjeefame Sifen Megersa Feb 7, 2020 0 Finfinnee,Amajjii 29,2012 (FBC) - Yaman keessatti dursaan garee Al-Qaa'idaa ajjeefame. Dursaan garee al-Qaa'idaa biyyoota Arabaa galaanaan marfaman keessa socho'u, AQAP Qaasmal-Raaymii…
Oduu biyya keessaa Qorannoon hariiroo naannolee cimsuu danda’u gaggeeffame Sifen Megersa Feb 7, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2012 (FBC) – Ministeerri Nageenyaa argannoo qorannoo hariiroo naannoolee cimsuu danda’u irratti gaggeessaa ture mariif dhiyeessaa jiraachuu ibse. Ministeerichatti…
Oduu biyya keessaa Af yaa’ii Taaggasaa Caafoon miseensota paarlaamaa fi koongirasii Ameerikaa waliin… Obse Wakgari Feb 7, 2020 0 Finfinnee,Amajjii 29,2012 (FBC) - Af yaa'iin Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataa FDRI obbo Taaggasaa Caafoon miseensota paarlaamaa fi koongirasii Ameerikaa waliin mari'atan. Af yaa'ichi…
Oduu biyya keessaa Hirmaattota yaa’ii Gamtaa Afrikaatif odeeffannoon bakkeewwan daawwannaa viidiyoo fi suuradhaan… Wabi Fufa Feb 7, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2012 (FBC) - Hirmaattota yaa’ii Gamtaa Afrikaatif odeeffannoo bakkeewwan daawwannaa akka argataniif viidiyoo fi suuraan ba’umsa daandii Booleerratti akka tamsa’u…