Tuurk Magaalaa Istaanbulitti xiyyaarri caccabuun lubbun namoota sadii darbe
Finfinnee, Amajii 28, 2012 (FBC) - Tuurk magaalaa Istaanbuulitti Xiyyaarri qubachuuf ture tokko bakka saditti addaan bahe.
Balaa Xiyyaaraa mudate kanaan namni sadi yoo du'u namoonni 170…