Fayyaa Weerara dhibee Gifiraan lubbuu namoota 31 darbe Wabi Fufa Jan 30, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 21, 2012 (FBC) - Weerara dhibee Gifiraa godinaalee Oromiyaa 11fi bulchiinsoota magalotaatti baatii 6 darban keessaa mudateen lubbuu namoota 31 darbe. Weerarichi yeroo…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonni mootummaa olaanoon maatii barattoota Yuunvarsiitii Dambi Doolloo ugguraman waliin… Wabi Fufa Jan 30, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 21, 2012 (FBC) – Muummee Ministira Dooktar Abiy Ahimad Dabalatee hoggantoonni mootummaa olaanoon maatii barattoota Yuunvarsiitii Dambi Doolloo ugguraman waliin mari’atan.…
Oduu biyya keessaa Obbo Lammaa Magarsaa Deettaa Ministira Dhimma Alaa Faransaay Waliin mari’atan Wabi Fufa Jan 30, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 21, 2012 (FBC) - Ministirrin Raayyaa Ittisaa obbo Lammaa Magarsaa Deettaa Ministira Dhimma Alaa Faransaay Zhiyaan Baabtiist Leemoyn Waliin mari’atan Jilli Ministira…
Oduu biyya keessaa Ijaarsa projaktii bishaan dhugaatiif Birrii biiliyoona 1.2 ol ta’uun kontiraaktaroota wajjin walii… Wabi Fufa Jan 30, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 21, 2012 (FBC) - Biiroon Misoomaa Qabeenya Bishaaanii fi Inarjii Oromiyaa ijaarsa projaktii bishaan dhugaatiif bajata Mootummaa Naannoo Oromiyaatiin Birrii biiliyoona 1.2…
Oduu biyya keessaa Naannoon Oromiyaa dargaggoota kuma 50f hojii uumuuf qophii ta’uu beeksise Wabi Fufa Jan 30, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 21, 2012 (FBC) - Naannoon oromiyaa qonnaan bultoota fi horsiisee bultoota adda duree kuma 5 misooma invastimantii, daldalaa fi tajaajilarratti bobbaasuuf qophii xumuruu…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaanonni arfan vaayrasii noovil koroonaan shakkaman bilisa ta’uun mirkanaa’e-… Obse Wakgari Jan 30, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 21, 2012 (FBC) – Ityoophiyaanonni arfan vaayrasii noovil koroonaan shakkamanii hordoffiin taasifamaafii ture bilisa ta'uun mirkanaa'e. Ministeerri Fayyaa…
Oduu biyya keessaa Hoggansi Paartii Badhaadhinaa Iistarn Indaastirii Zoon daawwatan Obse Wakgari Jan 30, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 21, 2012 (FBC) – Hoggansi Paartii Badhaadhinaa Iistarn Indaastirii Zoon daawwatan. Hoggansi paartichaa magaalaa Adaamaa galma Abbaa Gadaatti leenjirra jiran magaalaa…
Oduu biyya keessaa Hoomaa awwaannisaa mudate ittisuuf hojjetamaa jira Sifen Megersa Jan 30, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 21, 2012 (FBC) – Hoomaa awwaannisaa mudate ittisuuf xiyyaaraan keemikaalli biiffamaa jira. Hoomaan awwaannisaa naannoolee biyyatti garagaraa keessatti kan mudate yoo…
Oduu biyya keessaa Ijaarsi daandii Buufata Konkolaataa – Massaalamyaa – 18 eegalame Obse Wakgari Jan 30, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 21, 2012 (FBC) – Ijaarsi daandii Buufata Konkolaataa - Massaalamyaa - 18 eegalame. Daandichi kiilo meetira 3.4 kan uwiisu yammuu ta'u, bal'ina meetira 40…
Biiznasii Boqonnaan jalqabaa tajaajila buufata gogaa Warataa tajaajilaaf qophii ta’e Sifen Megersa Jan 30, 2020 0 Finfinnee, Amajjii 21, 2012 (FBC) – Boqonnaan jalqabaa tajaajila buufata gogaa Warataa xumuramuun tajaajilaaf qophii ta’uu Dhaabbanni Geejjiba Galaanaa fi Tajaajila Loojastiiksii…