Hokkara magaalaa Hararitti uumameen walqabatee shakkamtoonni 87 to’ataman
Finfinnee, Amajjii 18, 2012 (FBC) – Magaalaa Hararitti waqtii ayyaana Cuuphaa hokkara uumameen walqabatee shakkamtoonni 87 to’annoo jala oolaniiru.
Hogganaan Biiroo Nageenya mootummaa…